Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) sanada marii kanaa duraa irratti mootummaan qopheessee dhiheesse isa xumuraa irratti waliigalee kan fudhatu yoo ta'e mariin marsaa sadaffaa gaggeeffamuu ni danda'a ...
Dhalatootni Oromoo Ameerikaa keessa jiraatan lammii keenyaaf waan dandeenyuun dhaqabuu qabna jechuun meeshaalee yaalaaf oolan maallaqa guddaan bitaman hospitaalota Oromiyaa adda addaaf gumaachaa ...